Page de couverture de SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

Auteur(s): SBS
Écouter gratuitement

À propos de cet audio

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services Politique
Épisodes
  • #105 Celebrating small wins at work - #105 Milkaa'ina bakka hojii jejachuu ykn kabjachuu
    Mar 10 2026
    Learn useful English for talking about small wins at work. Practise phrases for celebrating achievements, staying motivated, and making progress step by step. - Waa'ee milkaa'ina bakka hojii xiqqoo iyyuu taatu kabajachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii bu'a qabeessa barattu. Jechoota kanneen kabajachuu(celebrating), milkaa'ina (achievements,) jajjabina qabaachuu ( staying motivated), fi sadarkaa sadarkaan guddina agarsiisuu (progress step by step) jedhan kanneen shaakalaa.
    Voir plus Voir moins
    7 min
  • How public and community housing works in Australia - Australia keessatti Mannee ummataa fi manneen hawaasaa akkamitti hojjeta -Australia Explained
    Mar 10 2026
    In Australia, government-subsidised rental housing is available for eligible households. Assessment is based on need under criteria that vary depending on your state or territory. Here’s what to expect when applying for different types of housing assistance, some common myths around social housing and where to reach out for help. - Australia keessatti, manneen kiraa mootummaan deeggaramu maatii ulaagaa guutaniif ni argama. Madaalliin ulaagaalee naannoo ykn naannoo keessan irratti hundaa’uun garaagarummaa qaban jalatti fedhii irratti hundaa’a. Gargaarsa mana jireenyaa gosa adda addaa yeroo iyyattan maaltu eeggachuu akka qabdan, rakkoolee beekamoo naannoo mana jireenyaa hawaasummaa tokko tokkoo fi eessatti gargaarsa argachuu akka dandeessan kunoo ti.
    Voir plus Voir moins
    14 min
  • More than style: How First Nations fashion is growing in Australia - Style irra caala: Fashinni Saboota Duraa Australia keessatti hagam guddataa jira- Australia Explained
    Mar 4 2026
    If you’ve spent any time in Australia, you’ve probably noticed how relaxed the style is. You might notice activewear, surf brands and casual clothes everywhere. But there’s another side to Australian fashion. Aboriginal and Torres Strait Islander designers have been creating clothes and accessories for thousands of years — and that work is very much alive today. You’ll see it on runways, in global fashion campaigns and in everyday clothing. Find out what makes First Nations fashion different, how it connects to the environment and what you should be aware of if you want to wear it. - Australia keessa hagamiifuu jiraatte yoo tahe, akkaataan jireenyaa hagama bohaarsaa akka tahe hubattee taha. Bakkuma hundatti uffatni lagoo fi maqaa kampaanota beekamoo qaban, akkasumas kan guyya Guyyaa namni uffatus agartee taha. Garuu faashina Australia gama biraatu jira, kan namootni hedduu ,yeroo jalqabaa dhufan waa’ee isaa hin dhageenye. Akkaataan hojii uffataa fi faayaa adda addaa, kan Aboriginal fi Torres Strait Islander, waggoota kumaatamaaf hojjetanii ittis fayyadamaa turan- haga har’aa hojiin sun lubbuun jira. Dhaadessii faashinaa addunyaa irrattii fi, bakkewwan uffata adda addaa irratti kan agartu dha. Maaltu faashina Saboota Jalqabaa adda taasisa, naannoo waliin hariiroo akkam qaba, yoo illee uffachuu kan barbaaddu tahe dursa waan beekuu qabdutu jira.
    Voir plus Voir moins
    12 min
Pas encore de commentaire